
Energize - Family Home Child Cares
The Energize – Family Home Child Cares program provides services and County-managed installations in family home child cares to improve energy efficiency, indoor air quality, and resident comfort, and to lower energy costs. This program is open to licensed family home child cares (operated out of single-family homes) located in King, Kitsap, Pierce, and Snohomish Counties.. Read more
Flood Emergency News
Support is available for community members affected by the Seattle flooding. Read more
Lead Poisoning Prevention
Horn of Africa Services is offering a free training on Lead Poisoning Prevention for East Africa community in WA- King County. It will be given in Afaan Oromoo, Amharic, Tigrinya & Somali languages
Date and Time
Training: Jan 16, 2026 , 4pm - 5pm
Training Date for Somali languages will be shared soon

Mul’ata keenya
Godaantotni fi baqattootni Afrikaa Bahaa naannoo Seattle fi King county keessa jiran hawaasummaan, siyaasaa fi dinagdeen kan of danda’an akkasumas nageenya ummata waliigalaatif gumaachuu isaanii arguu.

Ergama keenya
Godaantotaa fi baqattoota uummatoota Afrikaa Bahaa galii xiqqaa qaban irratti xiyyeeffate hojii Hawaasummaa, barnoota fi abukaatummaa afaanota garagaraan akka argataniif gargaaruu.
Tajaajila kenninu
Dhaabbatni keenya garaa garummaa tokko malee qaama Hawwaasa keenyaa gargaaruu barbaadu gammachuun simata. Nu waliin hirmaachuu barbaadduu?

Leenjii Itti Fayyadama Kompiitaraa fi Intarneetii
HOAS tajaajila navigeeshinii dijitaalaa fi leenjii bu'uuraa ogummaa kompiitaraa ni kenna.


Community Safety & Violence Prevention Workshop







Gargaarsa Iyyannoo Lammummaa tolaan
Gareen abukaatota tola ooltota, gargaartota seeraa fi afaan kan hiikan iyyata lammummaa keessan irratti isn gargaaru.
Jiraattota seera qabeessa ta’an(warra kaardii magariisaa qaban) hundaaf BILAASHAN kennama
Tajaajila Kennaman:
-
Gargarsa dhunfaatti(qofa qofaatti) ni kennina
-
Iyyata N-400 keessan guutuuf
-
Gargaarsa Kaffaltii biliisaan
-
Qajeelfama adeemsa iyyata Lammummaa
-
Deeggarsa afaan hiikkaa
Beellama qabachuun dirqama
Beellama qabachuuf bilbilaa: 206-451-0322





Hubachiisa




.png)
.png)