top of page

Our Services

Deeggarsa Dargaggootaa fi Ga'eessotaaf

Y Host Homes dargaggootaa fi dargaggoota ga’eessota (umrii 12 -24), kanneen mana jireenyaa isaanii dhabuudhaaf saaxilaman maatii kunuunsaa fi deggersa qaban waliin walsimsiisa.

Gamtaa Dubartoota Baqattootaa (ReWA) .

Dandeettii afaan Ingiliffaa keessan fooyyessuuf isin gargaara, leenjii hojii fi qophii hojii akka gotaniif isin gargaara, akkasumas qajeelfama dhuunfaa, bulchiinsa dhimmaa fi tajaajila deeggarsa hojii galma hojii keessanii wajjin walsimu akka argattan isin gargaaru.

Walitti Hidhamiinsa Waashingitan(Washington Connection)

Washington Connection maatii fi namoonni dhuunfaa tajaajila adda addaa kan akka Nyaata, Maallaqa, Kunuunsa Daa’immanii, Kunuunsa Yeroo Dheeraa argachuuf karaa saffisaa fi salphaa ta’een ni dhiheessa

Sagantaa Qusannaa Medicare.

Namoonni umuriin isaanii waggaa 65 fi isaa ol ta’e, arguu hindandeenye (blind) ykn qaama miidhamtoota ta’anis gargaarsa yaalaa argachuuf iyyachuu ni danda’u.

Seattle Fresh Bucks

Maamiltoota Fresh Bucks galmaa'aniif oduu guddaa! Faayidaa Fresh Bucks keessan hanga Muddee 2025tti dheeratee jirra

bottom of page