top of page

Iyyattoonni Lammummaa ulaagaalee armaan gadii qabaachuu qabu:

  • Kaardii Magariisaa (Original)

  • Suuraa paaspoortii lama

  • Eenyummaa Naannoo/ Hayyama konkolaachisummaa

  • Adeemsa Amerikaa ala deemtan: Guyyaa ka'umsaa, Ji'a, Waggaa fi guyyaa itti deebitan. Guyyoota waliigalaa Amerikaan ala turtan.

  • Maqaa guutuu fi Guyyaa Dhalootaa / Yoo Inni/ Isheen lammii Amerikaa ta'an/

  • Maqaa Guutuu Abbaa fi Guyyaa Dhaloota / Yoo Inni/ Isheen lammii Amerikaa ta'an/

  • Teessoo waggoota shanan darban : guyyaa /Ji'a/ Waggaa seentanii fi baatan

  • Waggoota shanan darban Odeeffannoo qaxarrii ...... Maqaa Hojjechiisaa, ------ irraa hanga---- fi Gitoota Hojii

  • Odeeffannoo Daa'immanii: Maqaa Guutuu fi Guyyaa Dhalootaa / Kaardii Magariisaa ...

  • Kaffaltii iyyannoo $ 725, ykn kaffaltiin sun yoo xalayaa DSHS kooppii isa haaraa qabaattan dhiifamuu danda’a

  • Ragaa gaa'elaa /Yoo gaa'ela qabattan/

  • Ragaa wal hiikuu/ Yoo Hiikaan gaa'ela ta'e

IMG_1852_edited.jpg

Documents to Prepare for Green card: I-485

afterschool2_edited_edited_edited.jpg
  • Suuraalee(passport size) dhiyeenyaa kan halluu walfakkaataa qaban lama kan ofii keessanii fi maatii keessanii dhiyeessu qabdu.

  • Gabaasa Qorannoo Fayyaa fi Galmee Talaallii (Unka I-693) .

  • Waraqaa Eenyummaa Mootummaan Kenne 

  • Waraqaa I-94 kan haala baqataa ykn Koolugaltummaa agarsiisu

  • Ragaa Fuudhaa fi Heerumaa fi Ragaa Hariiroo Biroo/ Yoo jiraate/

  • Ragaa Dhaloota Daa'immanii maqaa maatii lamaan agarsiisu / baqattootaaf hin barbaachisu.

  • Teessoo bakka amma jiraattan

  • Teessoo gara Amerikaa dhuftan dura jiraachaa turtan

  • Teessoo waggaa tokkoo ol Amerikaan ala jiraattan.

  • Odeeffannoo ijoollee keessan hunda , Maqaa, Guyyaa Dhalootaa, fi Biyya Dhalootaa

  • Maallaqa ajaja iyyannoo $ 1,225

bottom of page