top of page
20240927_144858_edited_edited.jpg

Deggarsa Dargaggootaa

Tajaajilli Horn of Africa sagantaa misooma dargaggootaa hawaasa garaa garaa, galii xiqqaa qaban kanneen King County keessa jiraatan gidduutti hanqina dargagootni qaban guutuuf hojiirra oolchaa tureera.

Sagantaan kun gama hundaan dargaggootaa fi maatii, kan akka afaanii, aadaa fi eenyummaa amantii ilaalcha keessa galchuun kan qophaa’edha. Kana gochuudhaan HOAS misooma dargaggootaa itti fufiinsa qabu fiduuf yaadameeti. Sagantaan kun xiyyeeffannoowwan gurguddoo lama irratti kan xiyyeeffate dha.

 

  • Dargaggoonni gara ga’eessotaatti akka ce’an bu’a qabeessa akka ta’an gargaaruu. 

  • Dargaggoonni fi daa'imman umuriin isaanii barnootaaf ga'e mana barumsaa isaanii keessatti akka milkaa'an              deeggaruu.

 

Dargaggoonni gara ga’eessotaatti bu’a qabeessa akka ce’an gargaaruu Sagantaa kana jalatti HOAS dargaggoonni dargaggummaa irraa gara ga’eessotaatti bu’a qabeessa ta’anii akka ce’an ga’eessota itti gaafatamummaa qabu akka ta’aniif carraaqqii hunda ni taasisa. Mul’ata kana fiduuf HOAS sagantaa isaa daran gosoota armaan gadiitti qoodeera.

G02A6577_edited.jpg

Kutaalee Saganticha

Sagantaa Tutoori'alii Barnoota Boodaa

Sagantaan kun HOAS qaawwa dubbisuu fi barreessuu hawaasa irratti jaarraa hedduuf dhiibbaa geessisaa jiru akka furu nu dandeessisa

Hoggansa fi hirmaannaa Lammummaa

Sagantaa kana jalatti HOAS dargaggoonni hawaasa isaanii keessatti dammaqinaan akka hirmaatan, mala wal-dhabdee hiikuu bu’a qabeessa ta’e irratti mari’achuu

Waa'ee Sagantaa Barnoota Boodaa:

  • Tuturi'aaliifi fi Gargaarsa Hojii Manaa

  • Kaka'umsa qorannoo STEM uumuu

  • ​Kalaqa Aartii Guddisuu

  • Sagantaa Gannatti qooda fudhachuu

  • Degarsa Maatii Angumsuu

  • Walta’iinsa Mana Barumsaa Uumuu (School Outreach for Collaboration)

  • Sagantaa gannaa barattoonni sochiiwwan bashannansiisaa gochuun barumsa irratti akka bobba’an gochuuf

IMG_9532_edited.jpg

Sagantaa Tutoori'alii Barnoota Boodaa

Sagantaan kun HOAS qaawwa dubbisuu fi barreessuu hawaasa irratti jaarraa hedduuf dhiibbaa geessisaa jiru akka furu nu dandeessisa. Hawaasni HOAS irratti xiyyeeffate hedduun isaanii barnoota hin qaban ykn sadarkaa gadi aanaa qofa kan barataniidha, kunis ijoollee isaanii irratti dhiibbaa guddaa kan uume yoo ta’u, sababa maatiin barnoota gadi aanaa ta’een deeggarsa maatii isaanii barnoota isaanii irratti akka dhaban isaan dirqisiiseera. Maatiin hin baratin fedhii mana barumsaa ijoollee isaanii deeggaruun ni cima.

Kanaafuu, HOAS maatiin ijoollee isaanii dandeettii xiqqoo qabaniin mana barumsaa keessatti akkamitti akka deeggaran leenjisa. Dabalataanis, hawaasni HOAS irratti xiyyeeffate maatii hedduu warra abbaa ykn haati qofaan (single parent) ijoollee guddisaa kan jiran irratti xiyyeeffata.

 

Kanaaf HOAS sagantaa barnoota boodaa naannoo manneen barnootaatti qopheessee akka ijoolleen barnoota booda qooda fudhatan taasiseera. HOAS akkasumas seenaa barnootaa barattootaa keessa darbuun, barsiisota isaanii, maatii isaanii fi qooda fudhattoota isaanii waliin marii gochuun guddina barattootaa ni madaala.

Hoggansa fi hirmaannaa Lammummaa

Sagantaa kana jalatti HOAS dargaggoonni hawaasa isaanii keessatti dammaqinaan akka hirmaatan, mala wal-dhabdee hiikuu bu’a qabeessa ta’e irratti mari’achuu, sagalee kennuu irratti dammaqinaan hirmaachuu irraa fayyadamuu, seeraa fi dambiiwwan dantaa hawaasaa hin fayyadne jijjiiruu ykn fooyyessuuf mirga gaafachuu, fi itti gaafatamummaa jireenya keessatti fi addatti qaamolee seera kabachiisan waliin yeroo walqunnamuu fi tajaajila balaa tasaa fayyadamuu. Kana hojiirra oolchuun HOAS dargaggoota xiyyeeffannoo qaban kanneen  itti gaafatamummaa isaanii bu’a qabeessa ta’een raawwatan akka uumuu dandeessisa.

Gun viol_edited.jpg

Gun Violence and Gang Awareness in the East African Community

Our primary objective in this initiative is to raise awareness surrounding gun violence and gang activities among East African youth in the Seattle and Washington area. The urgency is emphasized by recent incidents in Washington where young East African children, some as young as 12 and 14, have tragically become victims of gun violence. This distressing reality has left families grappling with confusion as to why so many children are losing their lives or getting involved in gang activities. Heartbreakingly, some of our clients have experienced the loss of more than two children due to gang-related incidents.

20240927_144858_edited.jpg

Through a series of in-person and virtual workshops, each 2 hours long, we successfully engaged 650 East African youth between the ages of 12 and 20.

These workshops empowered the youth with conflict resolution skills, fostered positive relationships with law enforcement, and deepened their understanding of gun violence.

​ Gun violence prevention event at Michael Orthodox Church

IMG_4043_edited_edited.jpg
IMG_4047.HEIC

​ Gun violence prevention event at EMAS

IMG_3925.HEIC
IMG_3929.HEIC

​ HOAS Youth Gun violence prevention presentation at Refuge Conference

831A2894
20240927_145617
20240927_145445
831A2894
20240927_144053
20240927_145445
Gun viol
DSC06024
DSC06034

​ HOAS Youth Family Gun violence prevention event at Refuge Conference

20240927_123736
20240927_123517
20240927_123840
20240927_123829
20240927_123817

​ HOAS Youth Gun violence prevention event at Rainier Arts Center, Seattle

DSC06005_edited.jpg
ASP FLYER.png
bottom of page