
Gargaarsa Iyyannoo Lammummaa tolaan
Gareen abukaatota tola ooltota, gargaartota seeraa fi afaan kan hiikan iyyata lammummaa keessan irratti isn gargaaru.
Jiraattota seera qabeessa ta’an(warra kaardii magariisaa qaban) hundaaf BILAASHAN kennama
Tajaajila Kennaman:
-
Gargarsa dhunfaatti(qofa qofaatti) ni kennina
-
Iyyata N-400 keessan guutuuf
-
Gargaarsa Kaffaltii biliisaan
-
Qajeelfama adeemsa iyyata Lammummaa
-
Deeggarsa afaan hiikkaa
Beellama qabachuun dirqama
Beellama qabachuuf bilbilaa: 206-451-0322

Lammummaa (Naturalization)
Tajaajiltoota laannu:
-
Iyyata lammummaa guutaa
-
Gorsa seeraa kennuu
-
Iyyata kaffaltii malee gargaaruu
-
Iyyattoota ulaagaa guutaniif leenjii lammummaa fi qophii af-gaaffii(interview) irratti deeggarsa fi qajeelfama kennuu

Naturalization argachuu kan dandeessan yoo ulaagaalee armaan gadii guuttan:-
-
yoo xiqqaate umuriin waggaa 18, .
-
yoo xiqqaate waggaa shan (ykn yoo lammii Ameerikaa waliin heerumte waggaa sadii) jiraataa dhaabbataa(permanent resident) ta’uu fi
-
ulaagaalee biroo hunda guutuu
Akkasumas tajaajila waraanaa irratti hundaa’uun naturalization argachuuf ulaagaa guutuu dandeessu, kunis ulaagaa adda addaa qaba.
Prime

Baqattootaa fi koolu galtoota Ameerikaa keessatti deeggarsa itti fufiinsa qabu kennuu irratti xiyyeeffata. Tajaajiloonni kanneen akka:
-
Leenjii sirna Ameerikaa fi qabeenya hawaasaa
-
Barnootan of danda’uu maatii
-
Gorsa gama jireenyaa adda addaa irratti
-
Gargaarsa mana jireenyaa, ESL, iyyannoo hojii (job application),
-
Hoggansa dhimmaa fi rifaralaa marii seeraa
-
Iyyata faayidaa garaa garaa, gargaarsa kiraa fi rifaralaa
PRIME argachuuf ulaagaa guutuu kan dandeessan yoo umuriin keessan waggaa 16 fi isaa ol ta’e, Ameerikaa (US) keessa waggaa shan (5) fi isaa gadi, fi haala ammaa ykn galmee:
-
Baqataa
-
Koolu galtummaa
-
Miidhaamtoota daldala namaa
-
Amerasian
-
Cuban-Haitian entrant
-
Iraqi or Afghan special immigrants and their eligibility family members
-
Afghan Humanitarian Parolee
-
Ukrainian Humanitarian Parolee


Tajaajila seeraa
-
Haaromsa kaardii magariisaa
-
Kaardii magariisaa bakka buusuu
-
Dokumantii imalaafi
-
Eeyyama hojii.




